WASHINGTON,DC —
Obboo Geetachoo Asaffaa fi miilotaa isaa amma hajajii itti bahe kun warra aramaan dura hin qabamin.
Isaa fi nama 26 wanjalaa fi yakka akkaa akkaatiin himatanii qabuuf hardha hajajii bahe.
Walumattuu nama 40 caalaa baleessa akkanaatiin himatanii dubbii isaanii mana murtiitti laaluutti jiran.
Hojjatoota nagaa fi basaasa biyyoolessaa akka qabamana hajajamam kun warra armaan dura hin qabamin dubbii isaanii tana mana murtii federaalaa damee Lidetaatti laaluutti jira.Jara kana wanjala gugurdaan himachuutti jiran.