Gujii Bahaa Aanaa Gooroo Doolaatti Humni Naga kabachiistota mootummaa namoota irratti dhukaasee lubbuun namoota sadii darbuu jiraattonni himan.
Ka’umsi waan kanaas Gooroo Doolaa ganda Nuuraa humbaa keessatti hidhattootni humna nagaa kabachiisuuf deemurratti dhukaasuu ta’uu himan.
Maatiin namoota tarkaanfii kanaan lubbuun darbe garuu namoota nagaadha jechuun komatan. Bulchiinsi Aanaa Gooroo Doolaa dhimmicha qorataan jira.
Your browser doesn’t support HTML5