Ijaarsa Buufata Konkolaataaf Jechuudhan Sheedii fi Konteeynarrin Keessatti Hojjatannee of Jiraachisnu Nu Jalaa Diigame

Buufata Konkolaataa Naqamtee

Sababa dhagaan bu’uuraa ijaarsa Buufata Konkolaataa Naqamtee ka’ameef Sheedii fi Konteeynarri keessatti hojjatannee of jiraachisnu bulchiinsi magaalaan nu duraa diige jechuun Namootni gurmaa’anii hojii adda addaa irratti bobba’an hangi tokko Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himan.

Bakki hojii biraa akka kennamuufis gaafataniiru.

Itti gaafatamaan Waajjira Carraa Hojii Uumuu magaalaa Naqamtee erga gara waajjirichaa dhaqanii guyyoota muraasa tahu himanii komii dhiyaaterratti deebii kennaniiru.

Gabaasa Naakoor Malkaa Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Ijaarsa Buufata Konkolaataaf Jechuudhan Sheedii fi Konteeynarrin Keessatti Hojjatannee of Jiraachisnu Nu Jalaa Diigame