Godina Baalee Keessa Hanqiina Bishaaniitu Jira

FAAYILII - Dubartoota bishaan waraabanii harrootatti fe'aa jiran, Dukam, Oromiyaa, Sadaasa 1, 2018

Lammilee qeheef qabeenya isaani irra buqqa'an kuma soddomii saddeti ol ta'aniif tajaajila fayya kennu isaa Instutiin Fayya Hawaasaa Itiyoophiyaa beeksise.

Instutichi akka beeksisetti Daa'imanii fi Hawwan hanqina nyaata qabanis jiraachuuf naannoleen qubsuma buqaatotaa kaneen akka Baalee aanaalee Daawwe Saraar, Sawwenaa fi Raayituu rakkoo hanqina bishaan dhugaati qulqullu keessa jiraachuu isaani beeksisee jira.

Gabaasa Muktaar Jamaal Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Godina Baalee Keessa Hanqiina Bishaaniitu Jira