NAQAMTEE —
Namoonni Aanaalee daangaa Oromiyaa fi Benishaangul Gumuz irraa sababa walitti bu'iinsaan qe'ee isaaniirraa buqqa'anii turan akka deebi'aa jiran Waajjirri Qindeessaa Nagaa fi Misooma Waliinii naannolee lamaanii beeksise.
Namoota Aanaa Yaasootti deebi'an keessaa hagi tokko akka mootummaan dafee isaan gad-dhaabu gaafataniiru. Itti gaafatamaan waajjirichaa obbo Tashooma Dassaalany akka Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himanitti hojiin deebisanii dhaabuu fi eega qehee isaaniitti deebi’anii booda hordofuun itti fufeera jedhan.
Naakoor Malkaa Yaasoorraa gabaasaa qaba
Your browser doesn’t support HTML5