Maalaawwiin Pirezidaantii Itti Aanu Filachuuf Jetti

  • VOA

.

Lammiiwwan Maalaawii Kibxata borii wiirtulee filannoo dhaquu dhaan filannoo miseensota paarlaamaa fi ka prezidaantummaa geggeessuuf jiru.

Kaadhimamtoonni torba ka prezidaantummaaf dorgoman yoo ta’u dorogommii guddaan prezidaantii hin injifatamin jiran Piiter Mutariikaa fi itti aanaa prezidaantii Saawloos Chiliimaa hoogganaa garee mormituu guddicha Laazaarus Chaakuweeraa gidduutti ta’uuf jira jedhama. Eenyu akka injifachuuf rakkisaa dha jedhameera.

Your browser doesn’t support HTML5

Maalaawwiin Prezidaantii Itti Aaanu Filachuuf Jetti