Ogessoni Fayyaa Naannoo Oromiyaa Hooggansa Naannichaa fi Federaala Wajjin Mari'atan

Ogeessonni fayyaa naannoo Oromiyaa rakkooleen bulchiinsa gaarii hojmaata isaanii danquu fi haalli jiruu kaffaltii isaani hin madaalle rakkoo guddaa isaanitti ta’uu dubbatan.

Ogessoni fayyaa Naannoo Oromiyaa hooggansa naannichaa fi Federaala waliin Finffinee galma Wajjira Prezdaantii naanno Oromiyaatti mari’atanii jiru. Gaaffiileen isaanii akka dhawaataan deebii argatan waadaa galameefii jira. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Ogessoni Fayyaa Naannoo Oromiyaa Hooggansa Naannichaa fi Federaala Wajjin Mari'atan