Dhabamuu Nageenyaatu Rakkoo Kana Fide: Angawaa Naannoo

  • VOA

Faayilii - Manneen jireenyaa waliinii, Finfinnee

Baatilee arfan darban keessa kondomiiniyemiin isaanii namoota hin beekaminiin duraa fudhatamee kan ture jiraattonni Harar-Galmashiiraa manneen isaanii deebi’eefii jira.

Barsiistotaa ijaaramaa kan ture kondominiyemiin jaatamaa fi namoota dhuunfaaf dabarsamanii kennamanii kan turan kondoon 75 martinuu namootaaf deebi’ee jira.

Mootummaa naannoo irraa amantaa dhabuun namoonni waa’ee mana jalaa fudhatamee utuu hin gaafatin hafan kanneen biroon illee gaaffii dhiyeessuu eegalaniiru.

Gabaasa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhabamuu Nageenyaatu Rakkoo Kana Fide: Angawaa Naannoo