NAAYROOBII —
Godina Gujii Bahaa Aana Gooroo Doolaatti rakkoo nageenyaa mudateen nami torba ajjeefamuu jiraattonni dubatan.
Namoota ajjeefaman jedhaman kana keessaa jaha jiraattota yoo ta’an tokko ammoo miseensa raayya ittisa biyyaa ta’uu jiraattonni akkasumas bulchiinsi aanichaa mirkaneessanii jiru; Galmoo Daawit
Your browser doesn’t support HTML5