Baqattummaan Yemen ganna 22 Jiraachuu

Faaylii- Buufata baqattootaa magaala Adan keessa jiru

Akka bakka buutonni baqattoota Oromoo yemen jiran jedhanutti Yemen buufata baqataa Al Karaz jedhamu keessa baqattoota Oromoo kumaa oltu jiru. Baqattoonni kun duraan gargaarsa malu ka argataa turan ta’us amma garuu lolli biyyattii keesatti deemaa jiru rakkoo waan fideef baqattoonni gargaarsa argachuun, darbees hojii muraasaan of bulchuullee dadhabnee jedhu.

Galmoo Daawit baqataa Oromoo Yemen ganna 22 ol jiraatan obbo Mohaammed Usmaan haasofsiisee waan baqattoonni Oromoo Yemen keessa jiran nuuf ergeera.

Your browser doesn’t support HTML5

Baqattummaan Yemen ganna 22 Jiraachuu