Seerri Farra Shoroorkaa Inni Durii fi Haaraa Ammaa Ba’e Adda Adda: Ammahaa Mekonnen

  • VOA

Wixineen seera farra shorokeessummaa haaraan manni maree ministeerootaa walgahii isaa ramaddi 68 irratti eega raggaasisee booda gara mana maree bakka bu’ota uummataatti ergamuun beekamee jira.

Wixineen haaraan kun shorokeessummaa ittisuu qofaa utuu hin taane mirga lammiiwwan Itiyoophiyaa kan kabajsisuu ta’uun illee ibsameera.

Seera kana hojii irra olchuuf garu qaama seera rawwachisuu fi hiika itti kennu biraa jijjirama ilaalchaa sadaraa olaanaa kan barbaachisu ta’uun ibsamee jra. hiikuuf hojii jijjiiramaa kan barbaadu ta’uun beekamee jira.

Gabaasa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Seerri Farra Shoroorkaa Inni Durii fi Haaraa Ammaa Ba’e Adda Adda:Ammahaa Mekonnen