Namootni Wallagga Bahaa buufataalee qubannaa adda addaa turanii gara Benishaangul Gumuz Baloo Jagamfooyitti deebi'an hagi tokko, “waan mootummaan deggersa barbaachisaa nuuf hin godhiiniif deebinee ba’uuf dirqamaa jirra” jedhu. Kana malees, amoonni duraan yakka hojjatan ammas haawaasa keessa socho’aa jiru – jechuun akka nageenya isaaniif yaaddoo qaqan dubbatan.
Itti gaafatamaan waajjira Hooggansa Sodaa Balaa Godina Wallagga Bahaa koree dhimma kana qulqulleeffatu hundeessinee garasitti ergaa jirra jedhu. Hoogganaan Biiroo Nageenyaa Naannoo Benishaangul Gumuz immoo namoota yakka hojjatanii uummata keessa dhokatan har’a irraa eegallee hidhaa jirra jedhu.
Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5
NAQAMTEE —