Buraayyuutti Meshaaleen Waraanaa Seeraa-alaa To'annaa Jala Oolfaman

Meshaaleen waraanaa seeraa-alaa nageenya ummataa balaa irra buusuu danda’an magaala Buraayyuutti tohanaa jala ooluu isaanii Wajjirri Bulchiinsaa Nageenya Magaala Burraayyu beeksisee jira.

Itti gaafatamaan wajjirachaa Salamoon Taaddasaa Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf akka himanitti, meeshaaleen tohalaa jala oolan Shuguxii 148, Rasaasa Kilaashii 3, 844 fi Qawwee kilaashi 3.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Buraayyuutti Meshaaleen Waraanaa Seeraa-alaa To'annaa Jala Oolfaman