Bulchiinsa Godina Addaa Saba Oromoo: Duulli Hoggansa Adamsuu fi Godinicha Diguu Nurratti Geggeffamaa Jira

Kamisee

Walitti bu’insa naannoo Amaara Godina Adda Saba Oromootti uumamee ture qorachuu sababa jedhuun duulli hoggansa godinichaa adamsuu fi godinicha diguu nurratti geggeffamaa jira jedha Bulchiinsi Godina Addaa Saba Oromoo, kan naannoo Amaaraa.

Biroon bulchiinsa fi Nageenya naanno Amaraa gama isaatiin olaantumaa seeraa kabajchiisuu hojjenne malee waan adda hojjatame hin jiru jedha. Godinaa addaa Oromoo, Kamisee fi nannawa isheetti ammaan dura walitti-bu’insa uumameen lubbuun nama hedduu dhumuun ni yaadatama.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Bulchiinsa Godina Addaa Saba Oromoo: Duulli Hoggansa Adamsuu fi Godinicha Diguu Nurratti Geggeffamaa Jira