‘Maatii Baqate Keessatti Guddachuun Waan Akkamii Qaba?’ Jiruu Dargaggoota Maatii Baqattoota Oromoo Dhadhaab jiranirraa Dhalatan

Dargaggoota Maatii Baqattoota Oromoo Dhadhaab jiran

Buufata baqataa keessatti haalli jiru mijachuu baatus, nuti haga dandeenye jireenya keenya eger fooyyeffachuuf barumsarratti xiyyeeffachuu yaalla jedhu ijoolleen baqattoota Oromoo buufata baqataa keessa jiraatan.

Odu gabaasaan VOA Galmoo Daawit Keeniyaa Kutaa bulchiinsa Garrisaatti ka argamu kaampii baqataa Dadaab dhaqee ijoollee kana faana haasayee jira; kunooti.

Your browser doesn’t support HTML5

‘Maatii Baqate Keessatti Guddachuun Waan Akkamii Qaba?’ Jiruu Dargaggoota Maatii Baqattoota Oromoo Dhadhaab jiranirraa Dhalatan