UNHCR Guyyaa Baqattoota Addunyaa Ilaalchisuun Gabaasa Haaraa Baase

  • VOA

Baqatoota Buruundii

Uummanni miliyoona 71 ta’u manaa fi qe’e ofii irraa buqahee jiraata

Addunyaa kana irratti sababaa wal waraansa, ari’atamaa fi walitti bu’iinsaan uummanni miliyoona 71 ta’u manaa fi qe’e ofii irraa kan godaanan ta’u jaarmayaan baqattoota kan Tokkummaa mootummotaa UNHCR beeksisee jira.

Kamiisa har’aa jechuun Waxabajjii 20 ka guutmmmaa Addunyaatti kabajamee oolu guyyaa baqattoota addunyaa ilaalchisuun gabaasa haaraa kana baase - UNHCR.

UNHCR eega hundeeffamee yeroo waggaa 70 guutuuf jedhu kanatti lakkoobsi baqattootaa dabalee hagana yeroo dhaqqabu kun ka jalqabaa tahuu isaa ti. Guutummaa gabaasaa kanaa caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

UNHCR Guyyaa Baqattoota Addunyaa Ilaalchisuun Gabaasa Haaraa Baase