UNHCR Ganda Qubattootaa Dadaab Lama Keeniyaaf Deebise

Dhaabbati baqattootaa UNHCR Dadaab’tti kan argaman ganda Baqattootni keessa jiraataa turan lama mootummaa Keeniyaatti deebisee kenne. Gandoota baqattootaa kun duraan ka baqattoonni Soomaaliyaa dhufan irra jiraataa ka turan yoo tahu, bu’uraalee misoomaa doolaara miiliyoona 20 tti tilmaamamu of keessaa qabu jedhamee jira; Galmoo Daawit.

Your browser doesn’t support HTML5

UNHCR Ganda Qubattootaa Dadaab Lama Keeniyaaf Deebise