Jaarmayaan Mootummootaa Addunyaan Hojii Afriikaan Shororkeessummaa To’achuuf Hojjetaa jirtu akka Deeggaru Gaafate

Barreessaan Olaanaa Dhaabbatichaa Antooniyoo Guteerees Wal gahii Afrikaa olaanaa ka hojii Shororkeessummaa to’achuurratti xiyyeeffate Naayiroobii Keeniyaatti taa’amerratti hirmaatanii jiru; Galmoo Daawit dabalata qaba.

Your browser doesn’t support HTML5

Jaarmayaan Mootummootaa Addunyaan Hojii Afriikaan Shororkeessummaa To’achuuf Hojjetaa jirtu akka Deeggaru Gaafate