Meeshaalee Kontrobaandii Qarshii Biliyoona 1.4 Baasanitu To'atamee, Namoota 1000 Olitu Seeratti Dhihaate: Ministarra Galiiwwanii Itiyoophiyaa

Ministarri Galiiwwanii Itiyoophiyaa bara hojii 2011tti meeshaalee daldalaa seeraa alaa yokiin Kontrobaandii qarshii biliyoona 1.4 ta’an tohachuu isaafi namoota kontrobaandii irratti hirmaatan kuma tokko ol ta’anis seeratti dhiheesu isaa beeksise.

Ministarichi hojiilee seera kabajsiisuu irratti xiyyaafatee hojjachuuf haalduree isaa xumurre, jedha. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Meeshaalee Kontrobaandii Qarshii Biliyoona 1.4 Baasuutu To'atamee, Namoota 1000 Ta'anitu Seeratti Dhihaate