Paartileen Sudaan Keessaa Hatattamaan Rakkoo Jiru Furuun Hegeree Haaraa Biyyattiin Qabaattuf Karaa Saaqa:Donaald Buut

  • VOA

Hogganoonni Sudaan keessaa mootummaan ce’umsaa biyyattiif ijaaramu maal ta’u akka qabu bubbataa jiru.Sudaanti jila addaa kan Amerikaa ta’uun torban 6 dura kan muudaman Donaald Buut kun deemsa yeroo dheeraa fudhachuuf jiru keessatti jalqabbii dha jechuun akeekkachiisan.

Torbanneen ja’an darbaniif Kaartuum Braasals fi Finfinnee gidduu imalaa kan turan Buut sudaan keessatti bulchiinsa sivilootaa hundeessuuf imaammata biyyi isaanii hordooftu deggeruuf hojjataa jiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Paartileen Sudaan Keessaa Hatattamaan Rakkoo Jiru Furuun Hegeree Haaraa Biyyattiin Qabaattuf Karaa Saaqa:Donaald Buut