Biqiltuu dhaabuu fi dhiiga arjoomuun, lachanuu hojii lubbuu baraaruuf hojjatame

Biqiltuu dhaabanii biraa galuu qofa osoon taane, kunuunsuun akka barbaachisu waamichi dhiyaate.

Duula Biqiltuu dhaabuun alatti Arjoomni dhiigaas Yunivarsiitii Ambootti har’a geggeeffameera.

Biqiltuu dhaabuu fi Dhiiga arjoomuun lubbuu baraaruudha jedhan hawaasni Yunivarsiitichaa VOAtti yaada isaanii kennatan hagi tokko.

Naakoor Malkaa dabalata qaba

Your browser doesn’t support HTML5

Biqiltuu dhaabuu fi dhiiga arjoomuun, lachanuu hojii lubbuu baraaruuf hojjatame