Humnootni Nageenyaa Motummaa Qabeenyaa Keenya Humnaan Qabatanii Jiru: Jiraattota Aanaa Abuunaa Gindabarat

(Suuraa Faayilii)

Jirattonni Godinaa Shawaa Lixaa, aanaa Abuunaa Gindabarat humnootni nageenyaa motummaa qabeenyaa keenya humnaan qabatanii jiru jechuun komataan.

Akka aanaa kanaatti doqdoqqeen tajajilaa gejjibaaf oolaa jiru to'atamee wajjiraa poolisii aanaatti walitti qabamaa akka jiru namoonni Raadiyoo Sagaalee Ameerikaaf yadaa kennaan himanii jiru.

Wajjirri poolisi aanichaa immoo doqdoqqeen to'atame ka warren raagaa guutuu hin qabnee ti, jedha.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Humnootni Nageenyaa Motummaa Qabeenyaa Keenya Humnaan Qabatanii Jiru: Jiraattota Aanaa Abuunaa Gindabarat