Chaayinaan Gargaarsa Midhaan Nyaataa Itiyoophiyaaf Kennite

Chaayinaan midhaan naayta gargaarsa namoomaaf oolu Meetirik toonii kuma sagalii ol qamadii fi ruuza Itiyoophiyaaf kennite.

Gargaarsi namoomaa kun kaneen hongeen miidhmanii fi qe'ee irraa buqqa'aniif oola jedhamee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Chaayinaan Gargaarsa Midhaan Nyaataa Itiyoophiyaaf Kennite