Namoota Qehee Irraa Buqahan Deebisanii Dhaabuuf Baasin Ramadame Ifa Godhame

Namoota biyya keessatti manaa fi qehee ofii irra buqa’an qehee isaaniitti deebisuu fi deggeruu kan dandeessisu sagantaan deebisanii dhaabuu baasii hanga Doolaara Ameerikaa Miliyoona Dhibba torba (700) tahu ifa tahuu isaa Komishiinni Qajeelcha Sodaa Balaa Federaala beeksisee jira.

Koomishinichi akka ibsetti, namoota miliyoona 2.3 buqqa’an keessa miliyoona 2.1 kanneen tahan bakka irra buqqa’anitti deebisamanii jiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Namoota Qehee Irraa Buqahan Deebisanii Dhaabuuf Baasin Ramadame Ifa Godhame