Traamp Naannoo Namoonni Itti Ajjeefaman Daawwataa Jiru

  • VOA

Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis – Donaald Traamp har’a bakkawwan xumura torban dabree irra adda addummaa sa’aatii 24 keessatti dhukaasa jamaa irratti banameen walumaa-galatti namoonni 31 itti dhuman – magaalaa Deeyitan ka kutaa Ohaayoo fi magaalaa El Paasoo ka kutaa Teksaas daawwataa jiran.

Yeroo prezidaantichi daawwannaa kanatti jiranitti gama biraatiin immoo qabannaa qawwee irratti akka seerri to’annaa cimaan bahe waamichi dhihaataa jira.

Waa’ee godaantota as Yunaayitid Isteetis keessa jiraatanii ka prezidaantichi ammaan dura dubbatanii turanis akka jecha loogii sanyitti qeeqamaa jira.

Gabaasaa Guutuu Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Traamp Naannoo Namoonni Itti Ajjeefaman Daawwataa Jiru