FINFINNEE —
Jiraattoni godina shawaa lixaa aanaa Meetaa Robii humnootnni nageenya motummaa miseensa ABO shaneetti ijolleen keessan jechuun qonnaan bultoota hojii irraa mana hidhatii ugguraa jiru jechuun komataan.
Bulchinsii Aanaa Meetaa Robii namootnni hidhamaan Jiraan matii ijollee miseensa ABO shaneetti jechuun ibsera.
Waqtiin ammaa yeroo itti jiruu bara itti anuuf qonnaan bulaan cimse hojjetu dha.Garuu halli ammaa Oromiyaa keessatti tasgabiin dhiibuufi hidhaan baay'achuu diinagdee fi siyaasaa biyyatti gagga'aama irraa buusaa jedhaan xiinxaaltoni siiyaasa fi dinaagde.
Your browser doesn’t support HTML5