Dhaabni Baqattotaa Birmannaaf Iyyataa Jira

Godaantoota galaana Medtreeniyaan keessatti danqamanii jiran baraarsuuf yeroon darbaa jira jechuun dhaabni baqattootaa kan tokkummaa mootummotaa ykn UNHCR akeekkachisee jira.

Galaanni kun yeroo obomboleettii fi qilleensii akka dumeessaatti itti marsee jiru kanatti dooniwwan baraasaa akka galaana hin seenne dhorkamai jedhan.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutu caqasaa