ADAAMAA —
Qonaan bulaan qonna isaa jabeessee hojjanaan ofi isaa hiyyumaa keessa baasu bira darbee kan biraa sooru ni danda'a jedhan Mummeen Ministeraa Doktar Abiyyi Ahmad.
Jilli hoggansa olaana Federaala fi Naannoo Godina Arsitti Ooyruu qonaan bultootaa kilaastaraan misoome daawwatani jiru.
Godina Arsitti lafi hektaara dhibba torbaa kilaastara (walitti qindaayun) misoomsamee jira jedhame.
Muktaar Jamaaltu gabaase
Your browser doesn’t support HTML5