Qubattota Godina Baalee Aanaa Baribaree

Your browser doesn’t support HTML5

"Namatuu nu buqqise osoo hin taane akka mootumaan lafa nuuf kennu gaafachuf ofumaa bakka hojii keena gadi dhiisnee baane" Qubattota Godina Baalee Aanaa Baribaree
Namooni kuma shanii olii Godina Baalee Aanaa Baribareetti motumman lafa qonna nuuf haa kennu malee hojii humnaa fi qonna qixxe hojjachuu hin barbaannu jechuun Gandoota Aanichaa kudha sadeet (18) keessa walitti bahanii bakka tokkotti walitti qabamanii taa'anii jiru.

Motumaan gama isaan lafti yoo jiraate kan kennamuuf ta'es ganda irraa dhufanitti deebi'anii gaafachuu qabu jedha.