Bara 2012 Keessa Qaama Mootumaan Hidhate Malee Oromiyaa Keessa Akka Hin Jiraanne Gochuuf Hojjetaa Jirra: Mootummaan Oromiyaa

  • VOA

Itti gaafatamaa waajjira kominikeesinii Oromiyaa,obbo Adimaasuu Daamxoo

Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojjille ijoo bara 2012tti hojiilee Oromiyaa keessatti hojjechuuf karoorfate sabaahimaalee yokaan miidiyaaleef ibsa kennee jira.

Naannoo Oromiyaa keessatti bara 2012tti qaamni seera qabeessa hintane hidhatee akka hin sochoone ni tasisamaa jedhan hogganaan Biiroo Dhimmota Kommunikeshiini Mootummaa Naannii Oromiyaa, Obbo Adimaasuu Daamxoo.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutu caqasaa