Afriikaa Kibbaatti Lammileen Oromoo Lama Saamicharraa Miliquu Otuu Yaalanii Du’an

Afrikaa kibbaa magaala Jophaanesbergitti lammileen Oromoo lama saamtota jelaa utuu qabeenya isaanii oolfachuuf jedhanii balaa irra dhaqqabeen du’an. Bakka bu’aan hawaasa baqattoota Oromoo Afriikaa Kibbaa Naahwii Musaa, amma biyyattii keessa jibbansi baqattootaa hedduu waan baayyateef baqattoonni soda keessa jiru jedhu.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutu caqasaa