Waa’ee Falmii Gidduu Kana Waldaa Ortodoksii Keessatti Uumamee Abbotiin Amantii Gam-Lameenii Maal Jedhu?

Mana Lubumaa Ortodoksii naanno Oromiyaa hundessuf sochiin taasifamaa jiru mana amantichaa akka hin diigne sodaana jedhu warri Mana Amantaa Bataskaan Ortodokisi Tawaahidoo.

Koreen Mana Lubumaa Ortodoksii naanno Oromiyaa gama isaatiin tajaajila hawaasaa dhiheennatti diriirsuu malee kaayyo biraa hin qabnu jedha.

Your browser doesn’t support HTML5

Muktaar Jamaal gam lamaanuu walitti fidee mariisisee jiraa caqasaa