Tiyaatirri Ijoollee '' Bukkurruu" jedhamu kan afaan Oromoottin yeroo jalqabaatiif artist Humneechaa Asaffaan barreffamee fi qophaa'ee tibanaa Finfnnee Giddu-gala Aadaa Oromootti agarsiifamee jira.
FINFINNEE —
Namoonni tiyaatira kana daawwatan ijoollee Oromoo magaalaa keessatti aadaa fi duudhaa isaanii dagataan daandiitti debisuuf hojiin akkasii jajjabbeffamu qaba, jedhu. Da'imman tiyaatiracha ilalanis itti gamaduu isaanii dubbatu.
Your browser doesn’t support HTML5