Dhaamsawwan Bara Haarayaa Dhaabileen Siyaasaa Oromoo Dabarsan

Barri haaraan 2012 uummata Oromootiif kan tokkummaa fi milkii akka ta'u hogganoonni dhaabota siyaasaa Oromoo hawwi isaani ibsanii jiru.

Dhabbileen kun bara haarawatti ummatni Oromoo caalmatti ijaaramuun nagaa fi dimookiraasiitti deemuun barbaachisaa tahuullee dubbatanii jiran. Jala bultiin ayyana bara haarawaa kun kaleessa galgala Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti kabajamee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhaamsawwan Bara Haarayaa Dhaabileen Siyaasaa Oromoo Dabarsan