Oduun Ajjeefamuu Abbaa Amantaa fi Gubachuu Bataskaanaa Soba: Mana Amantaa Ortodoksiitti Bulchiinsa Lallaba Kutaa Biyyaa Jimmaa

(Suuraa faayilii)

Hordoftoonni amantaa Kristaana Oortodoksii, ‘magaala Jimmaatti abbaan amantaa ajjefame. Manni amantaas gubate’ jedhamuun oduun deddmee ture soba jedhan - Mana Amantaa Ortodoksiitti Bulchiinsi Lallaba kutaa biyya Jimmaa fi Bulchiinsi Magaala Jimmaa.

Manni amatichaa garuu hiriira bahuu barbaannee dhorgamne jechuun kan komate yoo ta'u, Bulchiinsi Magaala Jimmaa gama isaatiin hayyama hiriira argachuuf yaada gaafii gahaa hin dhiyeessine, jedha.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Oduun Ajjeefamuu Abbaa Amantaa fi Gubachuu Bataskaanaa Soba: Mana Amantaa Ortodoksiitti Bulchiinsa Lallaba Kutaa Biyyaa Jimmaa