Fiigicha Irreechaa Geggeessuf Qophiin Xumuramuu Ibsame

Fiigicha Irreechaa laalchise ibsi kenname

Fiigicha Irreechaa kan Nagayaa Guddicha Fulbaana 11 Finfinneetti gaggeeffamuuf qophiin taasifame xumuramee jira jedhame.

Figichi kun Magaalaa Finfinnee Addabaabayii Masqalaa ka’umsa fi xumura kan taasifatu yoo ta’uu kilomeetira 10 atileetootaafi qaamoleen hawaasa irratti hirmaatu jedhamee jira.

Muktaar Jamaal dabalata qaba

Your browser doesn’t support HTML5

Fiigicha Irreechaa Geggeessuf Qophiin Xumuramuu Ibsame