Deebii Ajajaan WBO Zoonii Lixaa Waa’ee Hookkara Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa Irratti Kennan

Faayilii - Ajajaa Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Lixaa “Jaal Marroo” jedhamuun beekaman, Kumsaa Dirribaa

Boombii dhiheenya Mandiitti dhoosame dabalee, haleellaalee boombii fi ajjeechaalee Wallagga Lixaa fi Qellema Wallaggaa keessatti raaw’ataman, kan aangawoonni mootummaa “humnoota hidhatanii seeraa ala bosana keessa socho’an – garee ABO shanee tu raaw’ate” jechuun Waraana Bilisummaa Oromoo balaaleffatan - Ajajaan WBO Zoonii Lixaa maqaa “Jaal Marroo” jedhamuun waamaman - Kumsaa Dirribaa “himannaa dharaa ti” jechuuun haalan.

“Waraanni Bilisummaa Oromoo uummata irratti dhukaasee ajjeese hin beeku. Yoo uummata irraa namni tokkollee WBO'n nu ajjeeseera jedhe himate itti gaafatamummaa isaa ni fudhanna, jedhu. Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Deebii Ajajaan WBO Zoonii Lixaa Waa’ee Hookkara Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa Irratti Kennan