KITAABNI KUUSAA ASOOSAMA GAGGABAABOO “SIIDAA” JEDHAMU EEBBIFAMEE GABAAF DHIHAATE

Kitaaba Mootii Abbaltii

Kitaabni haaraan Mootii Abbaltiin barreeffanee, ka “Siidaa” jedhamuu fi asosama gagabaaboo torba of keessa qabu Dilbata darbe Finfinneetti eebbifamee gabaa irra oolfamee jira.

Mootii Abbaltii

Kitaabni asoosamaa kun dhimmoota akka dinagdee,siyasaa,hawasumma fi jalalaa akkasumaas haala jiru fi jireenya hawasni guyyaa guyyaatti fuuleffatee ka qabiyyeelee adda addaa of keessaa qabu tahuu barreessaa fi gulaalaan kitaabichaa VOAf ibsanii jiran.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

KITAABNI KUUSAA ASOOSAMA GAGGABAABOO “SIIDAA” JEDHAMU EEBBIFAMEE GABAAF DHIHAATE