Qorannoon Pirezdaant Traamp Angoo Irraa Buqqisuu Jalqabamuu Afaan Yaa'iin Mana Maree Yunaaytid Isteets Beeksisan

Afaan Yaa’ii Mana Maree Ameerikaa, Naansii Peloosi

Demookiraatittiin Afaan Yaa’iin Mana Maree Ameerikaa Naansii Peloosii, "ji’oota heduudhaaf harka keessa qabachaa an turre, gochiwwan Traamp akkasumasodeeffannoo iftoominaan kennuu diddaan gama bulchiisna isaanii mana maree kana filannoo biraa dhoowwee gara qorannoo angoo irraa buqqisuu akka deemnu nu godheera " jedhan, ibsa harra waaree booda kennaniin.


Qorannoon kun jalqabamuun garaagarummaa biyyattiii keessatti baballachaa dhufe ittu hammeessuu malajedhameera.