Namoota Hookkaraalee Bara Dabreetti Shakkaman 1,300 Himadhe, Jedha Abbaan-alangaa Itiyoophiyaa

  • VOA

Waggaa darbe jechuun bara Itiyoophiyaa 2011 keessa naannolee adda addaa keessatti jeeqama uumame keessatti hirmaatan, jechuun ka shakke namoota 1,300 ol irratti himannaa dhiheessuu isaa, Abbaan-alangaa Federaalaa Itiyoophiyaa beeksisee jira.

Waltti bu’insoota sanaan namoonni kuma tokkoo ol ajjeefamuu fi qabeenyaan qarshii biliyoonaan laka’amu manca’uu kan ibsan abbaan alangaa muummichi, namoota himate keessaa hangi tokko ilaalcha isaanii ka siyaasaa fi gosa irraa dhufanii akka dahataatti fayyadamuun seera jalaa miliquuf yaaliin godhan qormaata itti tahuu isaa dubbatu. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Namoota Hookkaraalee Bara Dabreetti Shakkaman 1,300 Himadhe, Jedha Abbaan-alangaa Itiyoophiyaa