Ayyaanna Gubaa fi Masqalaa, Amboo fi Finfinneetti

Amboo

Guyyaan Damaraa har'a jechuunis Akka laakkoobsa Itiyoophiyaatti Fulbaana 16 bara 2012 magaalaa Ambootti kabajamee jira. Ayyaanicha bifa amantii fi aadaatiin kabajame irratti namootni akka jaalalaan waliin jiraatan dhaamsi dabarsamee jira.

Gama biraatiin, ayyaana Gubaa fi Ayyaana Masqalaa ilaalchisee, magaalaalee Amboo fi Finfinnee irraa namoonni adda addaa yaada isaanii Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf kennanii jiran.

Guutummaa isaa caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Ayyaanni Gubaa fi Masqalaa Amboo fi Finfinneetti Ayyaaneffamaa Jira