Mariin Faayidaa Irreechaa Fuuleffate Finfinneetti Geggeessame

Faayilii - Ayyaana Irreechaa bara 2014

Faayidaa Irreechaatti ka fuuleffate mariin tokko har’a Finfinnee, Hoteela Sheraatenitti geggeessamee jira.

Marii kana irratti ogeeyyiin waa’ee Irreechaa fi sirna Gadaa qoratan bu’aalee qorannoo isaanii ka dhiheessan yoo tahu Prezidaantiin Oromiyaa fi Ministarri Aadaa fi Tuurizimii mootumaa federaalawa Itiyoophiyaa argamanii haasawa dhageessisanii jiran. Waa’ee marii kanaa fi haala nageenyaa yeroo jalbultii Irreechaa kanatti mul’atuu gabaasaa keenya, Muktaar Jamaal bilbilaan dubbisnee jirra. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Mariin Faayidaa Irreechaa Fuuleffate Finfinneetti Geggeessame