Waa’ee Walitti-bu’insa Oromiyaa Keessaa Irratti Gaaffii fi Deebii Jeneraal Birhaanuu Juulaa Waliin Taasisame

Itti Gaafatamaa Waraana Walii Galaa -Jeneraal Biraanuu Julaa

Walitti bu'insi Oromiyaa, naannoolee qaamonni hidhatan keessa socho'an keessatti humnoonni mootummaa lolatti galuun dirqamnee ti malee fedhi keenya hin turre, jedhu Itti-aanaa Hoogganaan Humnoota Rayyaa Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa Jeneraal Biraanuu Juulaa.

Qaamni hidhate bosona jiru rakkoo jiru jaarsummaa Abboota Gadaatiin nagayaan furuu yoo barbaade gama mootummaa tii mariidhaaf qophii ta'uu isaanii illee dubbatu. Gaaffii fi deebii guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Waa’ee Walitti-bu’insa Oromiyaa Keessaa Irratti Gaaffii fi Deebii Jeneraal Birhaanuu Juulaa Waliin Taasisame