Dahalattoota Tigraay Kanneen Sababaa Gosaa fi Siyaasaan Hidhamaniif Dhaabanna.Garee Hundeeffame

  • VOA

Itoophiyaa map

Sochiin dhalattoota Tigraay kan sadarkaa addunyaa namoota siyaasaaf jecha hidhaa keessa jiraniif mallattoota namootaa walitti qabaa kan jiru ta’u beeksiise.

Mallattoo namoota kuma 20 walitti qabuun sababaa gosa Tigree ta’aniif jecha qofa akkasumas sababaa siyaasaan kanneen hidhaa keessa jirani/ komiishina mirga dhala namaa kan tokk mootummotaatti kan dhiyeessu ta’uun ibsamee jira.

Abbaan alangaa mummichi kan federaalaa gama isaan sababaa gosaa fi siyaasaan dhalattoota Tigraay kanneen himannaan irratti dhiyate hin jiran jedhan.