Namni Duraan Ajajaa WBO Wallgga Bahaa Turee fi “Diinaraas” Jedhamuun Beekamu Ajjeesame, Jedha Biiroon Nageenyaa Oromiyaa

Namni Duraan Ajajaa WBO Wallgga Bahaa Turee fi “Diinaraas” Jedhamuun Beekamu Ajjeesame, Jedha Biiroon Nageenyaa Oromiyaa

Waraana Bilisummaa Oromootti, Ajajaa loltoota Wallgga Baha ka turee fi maqaa “Diinaraas” jedhamuun kan beekamu – Hundee Dheeressaa, namoota eenyummaan isaanii hin beekamneen ajjeesame – jechuun Waajirrri Bulchiisaa fi Nageenyaa Oromiyaa dubbatee jira.

Namoonni gochaa kanatti shakkaman qabamuu isaanii fi poolisiin ka qorannaa geggeessaa jiru tahuulee, aangawaan waajirichaa dubbatanii jiran. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Namni Duraan Ajajaa WBO Wallgga Bahaa Turee fi “Diinaraas” Jedhamuun Beekamu Ajjeesame, Jedha Biiroon Nageenyaa Oromiyaa