Itti-aanaa Kantiibaa Dirre-Dhawaa: Kan Nageenyaa Uummataa Jeequ Darggoota Seeraa-ala Gurmaahan

Faayilii - Mana Murtii Magaala Dirree Dhawaa

Rakkoon nageenyaa magaala Dirree-Dhawaa balaa dargaggonni seeraa ala gurmaa’an geessisan irraa kan madde, jedha Bulchiinsi Magaalattii.

Itti-aanaa kantiibaan magaalaa Dirre-Dhawaa, Obbo Kadir, Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsa kennaniin, “namoonni nagaa hawaasa magaalattii booressan kuniin maqaa sabaatti dahachuu barbaadu. Saba kamuu bakka hin bu’an,” jedhan. Tarkaanfii seeraa fudhatanii, nageenya uummataa mirkaneessuuf bulchiinsi isaanii qophaa’uullee dubbatu. Gaaffii fi deebii guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Itti-aanaa Kantiibaa Dirre-Dhawaa: Kan Nageenyaa Uummataa Jeequ Darggoota Seeraa-ala Gurmaahan