Itiyoophiyaan Baqattoota Kuma Dhibba Sagaliif Dawoo Taatee Jirti, Jedhama

  • VOA

Faayilii - Baqattoota Suudaan Kibbaa Gaambeellaa jiraatan, Itoophiyaa (UNHCR)

Itiyoophiyaan baqattoota biyyoota adda addaa irraa itti dhufan kuma dhiibaa sagaliif daa’oo taate akka jirtu Eejensiin dhimma baqattootaa fi warra baqaa-deebi'anii ibsee jira.

Baqattotni Itoophiyaa akka jiraattota biyyaattiitti mirga guutuu argatanii akka socho’anii fi hojjetan gochuuf haal-dureen xumurame, jedha – ejensichi. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaan Baqattoota Kuma Dhibba Sagaliif Dawoo Taatee Jirti, Jedhama