Kanneen Gibira Dhoksan, Nagahee Seeraa-alaa Oomishanii fi Itti Fayyadaman Dhaabbatoota 166 Adda Baafachuu Isaa Dubbata

Faayilii - Ministaritti Galiiwwanii, Aadde Adaanech Abeebee

Ministiriin Galiiwwanii Itiyoophiyaa, kanneen gibira dhoksan, nagaheewwan seeraa alaatti fayyadaman fi maxxansan, walaumaa galatti dhaabbatoota166 keessaa 16 to'annoo seeraa jala galfamuu isaanii beeksisee jira. Ministarittiin Galiiwwanii Aadde Adaanech Abeebee

Gama biraatiin Waajirri mimistririchaa ibsa har'a midiyaaleef kanneen bara bajataa 2012 kurmaana 1ffaatti Birri Biiliyoona 57.3 galii walitti qabuu isaa beeksisee jira.

Gabaasaa guutuu dhaggeeffadhaa

Your browser doesn’t support HTML5

Kanneen Gibira Dhoksan, Nagahee Seeraa-alaa Oomishanii fi Itti Fayyadaman Dhaabbatoota 166 Adda Baafachuu Isaa Dubbata