ADAAMAA —
Gaaaffii sirrii hiriirtonni qabatanii ba’an gara walitti bu'insa amantaa fi sabaatti jijjiruu kanneen yaalan waan jiraniif, uummatni of eeggachuu qaba, jechuun Biroon Bulchinsaa f Nageenya Oromiyaa akeekkachisee jira. Walitti-bu'insa uumameen lubbun namaa darbunis himamee jira.
Mormiin dhimma nageenya Jawaar Mahammadiin walqabatee gidduu kana eegale har’a illee bakkawwan hedduutti itti fufee oole. Caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5