Mootummaa fi WBOn Ajjeechaalee Wallgga Lixaa Keessatti Raaw’tamaniif Quba Walitti-qabaa Jiran

Qaamni hidhatee bosona keessa socho’u qondaalota mootummaa qanaa Laaloo Asaabii lamaa fi namoota nagaa eegumsaaf bahan lama ajjeese, jechuun Bulchaan Godina Wallagga Lixaa Dubbatan.

Aanaadhuma kanatti, hojjetaa waajjira barnootaa kan tahan obbo Asmaraa Tafarii jedhaman humnoonni mootummaa torban darbe ajjeesan, jechuun maatii keessaa Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himaniiru.

Godinichuma, aanaa Qondaalaattis humnooti hidhatanii socho’an namoota ajjeesan jechuun kan bulchaan aanichaa komatan. Ajajaan Muraasa WBO naannoo sana socho’uu “gochaa kana hin raaw’anne” jedhu. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Maagifuuliin Erga Taaytaa Fudhatanii Mirgi Yaada Ibsachuu Uggurame – HRW fi Amneestii